Oduu Ammee! Mot. AbiyHarka Lafa Jalaatiin TPLF wajjiin marii araaraa

OduuAmmee : AbiyHarka Lafa Jalaatiin #TPLF wajjiin marii araaraa jalqabee jiraachuu keeysa beeytoonni gabaasanii jiran

Eega Waraanni Abiy baqatee Tigraay keeysaa bahee booda yeroo Mot. Tigraay Lafa Amaarri Humnaan Qabate jiru bilisoomsuuf lola jabaa bananii jiran kanatti Mot.Abiyi Gama tokkoon humna waraanaa Diigame deebisee ijaaruuf Poolisii H/#AddaaOromiyaa Makalaakayaatti jijjiiruuf yaaliin godhaa jiru waan milkaawuufii dideef Harka Lafa Jalaatiin #TPLF wajjiin marii araaraa jalqabee jiraachuu keeysa beeytoonni gabaasanii jiran. Itti baha odeeysa kanaa hordofnee isin biraan geenya.
●Odeeyfannoo dhugaatiif Saffiaa arkachuuf 


🏸SBO Adoolessa 11, 2021. Baniinsa Sagantaa guyyaa Kabajaa Bu’uureffama ABO – Jaal dhukaasaa Bakakkoo
Kanneen wareegama ulfaataa kafalan keessaa- jaal Raggaatuu Roobaa itti dhihaadhaa

Sagalee Bilisummaa Oromoo

Jara kana Prof #Mararaan Yohaannisoota Sadan (ሶስቱ ዮሃኒሶች) jedhuun.sadanuu Maqaan dhaloota isaanii Yohannis dha.
1) Yohannis Lataa (Leencoo Lataa)
2) Yohannis Bantii W/Gorigis (Galaasaa Dilboo)
3) Yohannis Nagawoo (Diimaa Nagawoo).
Yohaannisoonni sadan Daldadaltoota Siyaasati malee Sagantaa siyaasa Oromoo Galma isaatiin gahuuf Warra hojjetanii miti jedhamee waggootaf dubbatameera. Warri dafee Hubate Osoo Isaan Dhaaba (ABO) hin diigiin dhaaba keessaa dhiibee Isaan baasee qabsoon akka hin maseenne tursiiseera. Warri hin hubanne haga har’aattuu Akka mandisoota qabsootti Isaan laalee Shira (Conspiracy) Isaan kampii Oromoo keessatti hojjetan Ija sirriitiin ilaala.
Dulluma keessa, Yeroo Saba Eebbisuu fi Nissahaa Galuu qabanitti hirmaannaa Siyaasaa hin malle taasisanii Qabsoo bacancarsuuf carraaquun isaanii nama gaddisiisa.
Walaabu Jiloo
Biqiltuu dhaabuun waan gaarii. Garuu akkas bira dabarsanii fakkessuun nama jibbisiisa. Ajaayaa! Icci🤔
Saliha sami PP mormuu isheetimmoo biqiltuutti kan dhukaastu? 🤔


Tigre fi Oromo cabsinu malee nagayni hin jiru jedhe abiy,baacaan A.Q.A sodachisun bil.1 irraa fuudhe

ምን ማለት ነው? የሰው መሬት ለቃችሁ ወደ ድርድር! በህገ መንግስታችን ይዳኝ! ሌላ መላ አያዋጣም! አማራ እየጠራ ያለው ህዝቦች ለትግራይም እኩል ወገን ነው!! 30 ሚሊዮን ለ 5ሚሊዮን እያላችሁ በፋከራ መሬት ሲታጠቡ አልነበር ! ዛሬ ኡኡኡኡ ድረሱ ሚዛን አያነሳም! ካልፈለጉ ደግሞ የሽጉጥን ነገርላስታውሰዋት?

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.