Oduu Ammee: Maqalee-Humni waraana TPLF kuusaa meeshaalee waraanaa kan loltoota mootummaa xoophiyaa Naannoo Tigiraay Keessatti argamu eda halkan barbadeessuun gabaafame.

Oduu Ammee#Maqalee
 
Humni waraana TPLF kuusaa meeshaalee waraanaa kan loltoota mootummaa xoophiyaa Naannoo Tigiraay Keessatti argamu eda halkan barbadeessuun gabaafame.
 
Meeshaan waraanaa kun magaalaa maqalee keessatti kan argamuu dha.
Haleellaa halkan edaa magaalaa Maqalee irratti taasifamee kananis, taankiiwwan, misaayilootaaf,ZU-23, Konkolaattonni waraanaa fi kuusaan raasaasa meeshaalee gurguddaa guutuummaa guutuutti barbada’uu danda’ee jira.
Oduu SImbirtuu Ganamaa
 
Manni maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa, AUPSC Ibsa haala naannoo Tigraay ilaalchisee, koloneel , Abiy Ahmed kenne kufaa taasise. Ibsichi hirmaannaa waraana Eertiraa Tigraay keessaa fi bal’ina dhiittaa mirga namummaa Itoophiyaa keessaa kan hammate miti jechuun walgahii isaa 77ffaa dhimma Itoophiyaa irratti Bitootessa 24, 2021 taa’uuf murteessee jira.
Kan Cundhuuraa gaduma
 
Qeerroo Intelligence Group