Oduu Ammee! Liyyu hayliin Amaaraa har’aa magaalaa Harbuu keessa kallattii kamisee imaala jiraa

Oduu Ammee!
Liyyu hayliin amaaraa har’aa magaalaa harbuu keessa kallattii kamisee imaala jiraa uummani keenyaa akka of hin dagannee qopha’aa eega, jarra makalakayaanis danda’ee duubatti deebiisa hin jiruu,


Wallaggaan nama kana bari❗
Major Jeneraal Biraanuu Xilahuun jedhama. Iizii lixaa RIB keessatti itti aanaa itti gaafatamaa dhiyeessii,Loojistikiiti. Namni kun duraan Shawaa Lixaa keessatti dargaggoota qaroo Oromoo ajjeesisaa nama ture,sanumaanis guddina kan argate dha. Ammas Wallaggaa fi Shawaa Lixaa muraasa akkasumas Iluu Abbaa Booraa,Jimmaa fi Baddallee keessatti uummata Oromoo ficcisiisaa jira.
Qeerroo Intelligence Group


Duumessi Oromiyaa isa kana Roobee ❤️💚❤️


Breaking News
Diinaol Malkaamu jedhama.Namoota Abiyyi Ahemed #Farra_Shororkeessitoota jechuun biyya alaatti waggaa 1 oliif leenjisee biyyatti galchatedha.
Guyyaa har’a lola Waraana Bilisummaa oromoo fi RIB gidduutti adeema jiruun guyyaa har’a G/Sh/lixaa bakka jibaatitti ajjeefame jira. Maatii fi firoottan isaa hin barbaadiina
Meeshaan isaas galii ta’ee jira.

Ayyaantuu Margaa


ከጥይቱ የተረፍነውን በሳቅ ልጨርሰን ነው


Shira Saaxilla❗
Humni Addaa Naannoo Amaaraa ajaja Dammaqaa Mokonniniin uffata reenjerii RIB uffatee gara Godina Walloo Baatee fi Harbuutti fe’amaa jira. Uummatni keenya shira masaraadhaa jalqabee raawwatamaa jiru qindoominaan of irraa akka Ittistan jechaa oromoon hundi uummata keenya Walloof osoo wal irraa hin citne sagalee akka taanuuf waamicha dhiyeessina.
Qeerroo Intelligence Group
Maammee Caffee


1. Olma Tigiray
– waraanni Tiray itti fufee
– Abiy Itophiyaan seenu amane
– sanjan gudeedamu irra dhiiran gudeedamu wayya jedhe mootichi
– Gurbichi ni ariifata jedhe Isayas
2. Olma Oromiya
– Motumaaa rooba robsisu arganne
– Motummaa Amaara ibsa motummaa Oromiya deebi kenne
– Miseensonni parlama dubbatan
– Hidhaan Itti fufe
– Baratonnii Ambo mormii eegalan
– Motummaan duguuggaan sagni akka rawwatame amane
3. olma adunyaa
– Misirii warana Sudanitti ergite
– America ergaama adda muudde
– GM aworoopa tarkanfii fudhacha

ስህተት ነው❗️እጅግ ከባድ ስህተት‼️

አማራ ከተነሳ የገዛ ወንድሙን፣ የወሎን ኦሮሞን ነው እንዴ የሚጨርስ? ምን ማለት ነው? ሁላችንም ኢትዮጵያዊ አይደለን እንዴ? ጎበዝ!

የኦሮሞ ብሄረሰብ መስተዳድር ዞን ኦነግ ሸኔ የሚባል ነገር በአካባቢው ዝር እንዳላለ እና ግጭቱ የተቀሰቀሰው የአንድ መስጊድ አሰጋጅና በሰርግ ላይ የነበሩ ሰዎች በመገደላቸው ነገሩ የተካረረ መሆኑን ገልጾ፣ ይልቁንም በሰላም መፈታት እንዳለበት አሳስቧል።

እናም እርስ በርስ እንድንጫረስ ነው እንዴ እንዲህ አይነት ቀረርቶና ፉከራ? የዚህን አይነት ቪድዮ ስትለቁ ትንሽ እንኳ አይሰቀጥጣችሁም?

እባካችሁ ይችን ሃገር ለመገንባት ወደ ቀልባችን እንመለስ።
ማን ተነሳ ማን ተቀመጠ አይደለም ነገሩ፣ በ21ኛው ክፍለ ዘመን ጥቁር የታሪክ ጠባሳ ትታችሁ እንዳታልፉ ተጠንቀቁ‼️ ተጠንቀቁ‼️ አንድ ሃገር እየገነባን መሆኑን ተረዱ ‼️ ከኑመ።