Oduu Ammee!! Kun Injifannoon osoo hin taane Salphina Bilxiginnaati !!

Oduu Ammee!! Kun Injifannoon osoo hin taane Salphina Bilxiginnaati !!

#AMMEE_DHAGAHAA!! Salphina
Abiy Ahmed guyyaa har’aa Embassy Egypt Finfinneetti argamu dhaqee boo’aa oole akka dubbiin hidha Abbaayyaa Karaa nagaan dhumatuuf jacha! Abiy Ahmed Harka kannatte Embassy Egypt dhaqee;
~ Ejjannoo duraan jijjiirre,
~ Hidhicha waliin fayyadamna,
~ Dubbii waraana nurra dhiisaa karaa Nagaan haa fixannu,
~ Erga Abiy Ahmed Embassy Egypt dhaqee kana waadaa galee booda Embassy Egypt Finfinneeti argamu President Egypt Abdulfattah Al S waliin mari’anne ganama waliitti deebina jadheen Embassy Egypt Finfinneetti argamu Abiyyin Dhugaan jiru kana!!
Kaadiree kanuma Injifannoo jatte Kijiba akka Arbaan Xibaaraa jirti!!
Kun Injifannoon osoo hin taane Salphina Bilxiginnaati 

Shukuradin Jamal


Breaking news!! Egypt Liigii Arabootafi Amirca wajjiin erga Hariiroo Cimsatte har’aa ibsa Miidiyyaa biyyattiif kenniteen dhimma hidha Abbaayyaa irratti Ethiopia eejjannoo ishee Jijjiiru baannaan Egypt Hidhicha barbadeessuuf qophii xumuruu ishee beeksiste!!

Dhimmi hidha Abbaayyaa ammatti dhimma ummata Oromoo miti!!