Oduu Ammee : Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo galmee Obbo Jawaar Mahaammad jalatti himataman har’a Mana Murtitti dhihaachuu maddeen OMNtti himan.

Oduu Ammee! Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo galmee Obbo Jawaar Mahaammad jalatti himataman har’a Mana Murtitti dhihaachuu maddeen OMNtti himan.
Jawaar Mahaammad faa har’a mana murtitti kan dhihaatan erga lagannaa nyaataa eegalanii guyyaa 33 booda wayta ta’u haalli fayyaa isaanii sadarkaa sodaachisaa fi yaachisaa irra yeroo gahee ta’uun beekamaadha.
Oolmaa Mana Murtii har’aa hordofnee yeroo gabaabaa booda isinii dhiheessina.

ጀዋር መሀመድና

በቀለ ገርባ
ያለ ቀጠሮ : በድንገት ወደ ፍርድ ቤት ተጠሩ ::
ለምን ??
” ልደታ ፍርድ ቤት አከባቢ : ፀጥ ረጭ ብላለች ;ከወትሮው በተለየ መልኩ
በየ አጥሩ ስር : ውጠራው ልዩ ነው “
አንዱ በቅርብ ርቀት ሁኔታውን እየተከታተለ
ከተናገረው ::
ነገሮች መስመራቸውን ከመልቀቃቸው በፊት :
ሁሉንም የፖለቲካ እስረኞች መፍታት ግድ ይላል ::
የኦሮሞ ህዝብ : ዲሞክራሲን እውን ለማድረግ ነው የታገለው : እንኳን ጀዋርን እስክንድርንም መፍታት ግዴታ ነው !!

Bulcha Kenate


Breaking news!!
Raashiyaan Meeshaa Waraana gurguddaa akka Misaa’ilaa, Taankiifi meeshaalee waraana ammayyaa baay’ee Markabaan suudaan galchuun ishee mirkanaa’eera…!!
Torbaan darbe USA’n Meeshaa Waraana gurguddaa gara suudaan galchuu ishee isiniif maxxanseen ture…
 
Suudaan Gaanfa Afrikaa bira dabritee Afrikaa keessatti biyya jabduu godhuuf Addunyaan gara suudaanitti meeshaa Waraanaa guuraa jirti…!!
Meeshaa kun hundi Abiyyi ittiin cabsuuf Addunyaan gara suudaan guuraa jirti…!!
Juntaa Abiyyitti Rabbiin Jundaa itti fide…
Immiyyee Itoophiyaa Rest in Peace…


Oduu Simbirtuu❗
Burjaajjiin sagantaa boordii filannoo keessaa eegala ammas itti fufuun galmeen filattootaa turtii gara baatii tokkoof achi siiquun barame. Kunis Guraandhala 22/2013 eegala kan jedhame Bitootessa 16/2013 akka tahu murteeffameera. Filannoonis hin jiraatu❗ Garaa kutadhu❗
Wabiin keenya MCBOti❗
Qeerroo Intelligence Group