Oduu ammee-Braeking News:Dhiha Oromiyaa Wallaggaa-Aaana Qondaalaa irraa Oaraaliin waraanaa motummaa Itoopiyaa lama waraana lafoon ajjabamanii gara aanaa Begetti Imalanii jiraachuu isaanii jiratoni Nuf ibsaani Jiru

Oduu ammee-Braeking News
Muddee 16-2018 Dhiha Oromiyaa Wallaggaa-Aaana Qondaalaa irraa Oaraaliin waraanaa motummaa Itoopiyaa lama waraana lafoon ajjabamanii gara aanaa Begetti Imalanii jiraachuu isaanii jiratoni Nuf ibsaani Jiru


Walaloo jaal Maarroo fi jaallan qabsoo haqaa maraaf qophaaheedha. Innis kan dubbifame Walloo Kamisee koonsartii Muhammad Sa’id muddee 6/2018 tti qopheesserratti. Sagaleen WBO kamisee guutuu uwwisee onnee guddaaf xiqqaatti horee saba gammachiise jennee fudhanna. Jirtuu guddisaan jaal Maarroo?

Hattuu dha isiini!!


Sayo

His  speech is very inflammatory and cheap talk like an enemy style

Jawaar hayyuu fi beekaa siyaasa oromoo keessatti gaye olaanaa taphateedha.waan dubbatu fi godhu maraa eenyu olitti beeka.namoonni jawaar qeequ fi arrabsuuf wixxifattanis iddoo fi waan godhaa jirtan dhaabadhaa of ilaalaa.jawaar MM Dr.Abiy yoo qeeqes waan qeequf beeka.kanaayyu Dr.Abiy comaandoo biyya israa’elitti leenji’e qaba.wallaggaa miti maqalee dhaquu ni dandaya.dantaa siyaasaatif jedhani waan hin fakkaanne haasayuunis hin barbaachisu ture.oromoon waliin gabroome waliin caccabe e oligarchy habashoota jalatti waliin kufe malee eessattis oromoon ilaalchi isaa bilisummaa dha.garuu wanti rakkoo biyya sanitti ta’e fi miidhaa jiru dhaabolee diyaspoora irraa biyyatti galantu ummata gandaafi naannoon goola.


Galatomii Shanyii goota jawar vivaa Akkanumati Maqaa Qabsawoota ballesuuf Hojjatama Jira Akkuma 1991 ABO fi ummaata garafi dudaa waliti godhan Araalee godhuf hojjatama jira



Waraanni liyyuu poolisii Dirree Dhawaa Hoteela Raahoo fi Hoteela Shaam Keeysa jiran. Waraanni Raayyaa ittisa Biyyaa Raho Hotel itti seenee Maal asii gootan jannaan maallaqa Baankii fudhachuufi Ja’aniin Tokko ammoo mustafe nu arkee jannaan xalayaa eenyummaa irraa fuudhan. Abbaan hoteelaa kuni yeroo heedduu isa kanaatu joollee nutti bobbaasa ture. Makkalaakayaanis yoo jeequmsi ka’e siitu itti gaafatama ja’ani biraa deeman. Kuni maaliif tahe? Arra shira Guddaatu xaxamuuf ture. Liyyuu hayliin maagaalaa Dirree Dhawaa guutte.
Joolleen somaalee baayyeen Bajaj Alaabaa ONLF Fi Djibuoti uffisanii Magaalaa Kheeysa Fifiigaa Oolan.
Yaabo diinni kheenya hin rafne Nurratti wal afeeru jiran.
Liyyuu Haayliin ammallee Araddaa 09
RAHO HOTEL FI SHAM HOTEL kheeysa jiran


Motummoota ummaata isa midhudhan bekkamaan