ODUU AMMEE! “BILXIGINNAA Dhuguma maraattee jirti Har’aa Waltajjii Finfinnee, Adaamaa iddoo kudhanitti keessatti

ODUU AMMEE! “BILXIGINNAA Dhuguma maraattee jirti Har’aa Waltajjii Finfinnee, Adaamaa iddoo kudhanitti keessatti Addisuu, Shimalis, Fiqaaduu, Caaltuu saanii…..Kaadiroota 10,000 Leenjiisaa oolan keessatti dhuma irratti;
1, Jawar Mohammed ni balaalleffanna,
2, Dawid Ibsa ni balaalleffanna,
3, Mararaa Guddinaa ni balaalleffanna,
4, Kamaal Galchuu ni balaalleffanna,
5, Qeerroo Jawar Abbaa keenya jattu ni balaalleffanna,
6, Bosona Oromiyaa keessa Shiftaa Shanee Malee ilmi Oromoo Bosona hin jiru Shiftaa Shanee ni balaalleffanna,
7, Dr Abiy Ahmed wajjiindhaabbanna hanga wareegamna lubbuutti……jachuun waltajjii guyyaa lamaaf goolaban numa qofa moo iddoo hunda janne yeroo bilbilan wal gaafannu galma kurnaan waltajjii itti gaggeeffamaa oole hundatti yeroo dhuma waltajjii irratti Dhaadannoo kanuma dhageesisne jadhan…wanti jaraa nu meensa isaniitu dhibaa jira mee kun Hiriira moo waltajjiidha…waan hundaafuu ummata Oromoof amuma Maxxansi qileensa irra oolch”

Jara keenya amma kun mootummaadha moo Hawaasa mirga isaa falmachuuf Hiriira bahe jannaan?..

Waliif qoodaa!

HNN LIVE | Haala Yeroo irratti marii Professor Asefa Jalata,Obbo Ahmed Sayyoo fi Dr Gulemmaa Gammadaa waliin godhsme.Februay 26,2020


Obbo Buttaan OBN irratti haasaha taasisaniin Hayyuu fi Qabsaahaa mirga namaa jedhamuun yaamameera Aslii Oro Oromia Zaraa Sanyii Oromoo Ali Ali (Caffee Raammis) koottaa dhaggeeffadhaa mee ajaa’ibaa Furushkaan fide


Ethiopian Comedian’s House Tour!

DW Amharic

የማክሰኞ የካቲት 17 ቀን፣ 2012 ዓ.ም የቀጥታ ሥርጭት