Oduu Ammee: Bilixiginaan Dhukkuba saree maraatteen qabamtteeti!!

Oduu Ammee: Bilixiginaan Dhukkuba saree maraatteen qabamtteeti!!

Hidhatoonni Bilixiginaan hooggantootaa, Qondaalota ABO fi Gaazexessitoota Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) ganama kana ukkaamsanii fudhanii deemuun ibsamee jira.
Amma Oduun kun qindaa’eetti hooggantootaa, Qondaalota ABO fi Gaazexessitoota Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) eessa akka geeffaman akka hin beekamne ibsameera.
Humnoonni Bilxiginaa har’a ganama mana erga sakattanii booda kompiitara jiran fudhatanii deemuun himameera.
Miseensota fi Qondaaltota ABO humnoota Bilxignaan ukkaamsamanii fudhataman keessaa:-
1. Dr Gadaa Oljirraa (Gaafatamaa Waajjira HD)
2. Dubbii Himaa ABO Obbo Firaa’ol Jaalataa
3. MGS ABO obbo Murataa Sabaa(Malkamuu Danuu) Obbo
4. Yeroosan Hayyuu(Gaafatamaa Ijaarsa Jaarmayaa Finfinnee fi Naannoo)
5. Obbo Tumsaa (Asaffaa) Miseensa Hojii Jarmayaa
6. Obbo Gurmuu Ayyanaa Dabballee
7. Obbo Geessisaa Kuusaa – Gaafatamaa Jarmayaa Naannoo Mandii kana ture
8. Obbo Leensaa Abdalla Miseensa Koree Namusaa fi Tohannoo
7) Adde Lidia Ali Miseensa Jarmyaa Dubsrtootaa
9. Obbo Asaffaa (Tumsaa) Fiqaaduu
10. Ayyaantuu Bulchaa (SBO)
11. Ibsaa Gaaddisaa (SBO) akka ta’an ibsamee jira. Oduun dabalataa akkuma nu gaheen isinii dhiheessina.

These people are telling Abiy what to do!!!


Sabboontota Oromoo 782 ajjeesuu isaanii ibsaa jiru.
Hubadhaa:- ABO Shanee Jechuun isaanii Sabboontota Oromoo jechuudha. Oromoo mirga saba isaatiif falmatu jechuudha. Gamtaan falmachuu dhabuun keenya gatii hedduu nukafalchiisuuf deema.


Jaal Marroon Seenaa Addaa Hojjateera”!!!
#Kaleessa irraa Eegalee #Lola Wal irraa hin Cinne Waraana Bilisummaa Oromoo WBO fi RIP Raayyaa Ittisa OPDO (Raayyaa ittisa biyyaa) gidduutti #Lixa Oromiyaatti gaggeeffamaa Jiruun hanga ammatti Waraanni Sirna #Gabroomfataa RIP (136 ) #Daaraa taateetti”!
200 ol #madoon adabamteetti”!!
#Ajajaa 100 #lama dabalatee RIP 15 hidhannoo guutuu waliin fayyaatti Booji’amteetti!
#Meeshaan Baayy’een Harka Waraana bilisummaa Oromoo galeera!
#Kaaphiin Command #Post Baayy’een Barbadoofteetti!
#Magaaloonni Lixa Oromiyaa12 :- #Dambii Doolloo, #Gidamii, Jimmaa Harroo, Qeebee, Qeellem, Giraayi, Qaaqee, #Najjoo, Mandii, Laaloo, Beegii, Gullisoo, Assabii Keessaa Caasaan OPDO #diigamee To’annoo Ajajaa WBO Zoonii Lixaa #Jaal_Marroo jala Seenuun Bilisummaa isaanii Labsataniiru!
#Gama waraana keenya wbo irraa hanga ammatti nama 6 qofatu #Mada‘eera”.
Aktivistoonni OPDO fi deeggartoonni OPDO wilii #marraattu“.
#Gadaan Ergamtuu TPLF/ABUT OPDO dhumeera!
#Yeroo muraasa booda #Kibba #Oromiyaatii fi #Giddugaleessa Oromiyaatiis #Raajii dhageessu!
Kanaaf Qeerroon keenya Ummaatni keenya Bahaa, Lixaa, Kaabaa, Kibban fi Biyya Orma jirtan Waraana keessan WBO Cinaa dhaabbadhaa!
Namni Oromoo taate, Kana Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaaatti gammaddu hundi Injifannoo Addaa kana #Share Share godhuun waliif #dabarsaa!
Barri Bara qabsooti “
Qabsoon kan Oromiyaati “
Oromiyaan tan Oromooti!

OMN:TPLF, OPDO kaleessaa fi Bilxiginnaa harrraa irratti Abbaa Caalaa Lataa waliin