Oduu Ammee! Ajejoonni waraanaa Olaanoon sadi kan keessatti argaman loltoonni Addaa Poolisii Federaalaa 43 karaa Gondariin kutanii Sudaanitti harka kennatan.

Ajejoonni waraanaa Olaanoon sadi kan keessatti argaman loltoonni Addaa Poolisii Federaalaa 43 karaa Gondariin kutanii Sudaanitti harka kennatan.

Loltoonni Addaa Poolisii Federaalaa fi ajejoonni olaanoon kunniin sudaan kan galan hidhaannoo guutuudhaan mootummaa Itoophiyaa Abiyyi Ahimad mormuudhaani jedha maddi odeessa keenyaa. haala lola kanaa jala bu’ee kan isinii gabaasu tahuu beeksisa.