Oduu Ammee: Ajejoonni waraanaa Liyyuu Hayilii Musxafee 5 ganama kan ajjeefaman.
Lolli guddaan uummata Affaari fi Liyyuu Poolisii Musxafee gedduutti eegalee jira. Lola guyya har’aa kanaan qofa haga ammaatti ajejoota waraanaa Musxafee keessaa 5 yoo ajjeefaaman namoonni 120 caalaanis lubbuun darbee jira.