Oduu Ammee! Ajajaan humna waraana shaabiyaa kutaa waraanaa 22ffaa, L. General Gebreigzeer Wuuchuu lola ganama kana naannoo Tigraay Raamaatti gaggeeffameen ajjeefame.

Oduu Ammee! Ajajaan humna waraana shaabiyaa kutaa waraanaa 22ffaa, L. General Gebreigzeer Wuuchuu lola ganama kana naannoo Tigraay Raamaatti gaggeeffameen ajjeefame.

Loltootni shaabiyaan dhibbaan lakkaa’amanii fi koloneelotni afuris booji’amanii jiru.
Qeerroo Intelligence Group


ODUU INJIFANNOO
irreef gaachanni uummata oromoo wbo’n zoonii g/g kaaba lixa shaggar guyyaa har’aa aanaa m/walqixxee g/buufaa caffee iddoo addaa kallatee jedhamutti waraana goolessituu abiy maqaa sakatta’iinsaan bobbaate bakakkaa itti buusun 53 ajjeesun 17 madoo cimaan yoo adabu 2 harkaan qabuun injifannoo boonsaa galmeesseera.
gama meeshaatiin.:
bireena 2
isnayippera 2
AKM(kilaashii) 23
raadiyoo qunnamtii 3 hiikkachuun galii mooraa waraana bilisummaa oromoo t
asiseera
injifannoon kan abbaa dhugaati!!! tarkaanfiin itti fufa…