Oduu Amma Nugahe!!

Oduu Amma Nugahe!!

Qondaalonni Mootummaa Biltsiginnaa Hedduun Mootummaa Ganuuf Deemu Jedhame!
Haala rakkoo yeroo ammaa sirnicha muudateen walqabtee kufaatin guddaan biyyattii waan muudateef “mootummaa keessaa baanee maatii keenya baraaruu qabna” jechuun tarkaanfii fudhachuuf akka deeman himamaa jira.
 
Qondaalonni mootummaa kunniin, ministeerota, gorsitoota diinagdee fi imaammata alaa, ajejoota waraanaa fi Ambaasaaddarootas jedhameera. Hedduun isaanii yeroo ammaa xalayaa dhoksaa mootummaa Ameerikaa fi biyyoota Awurooppaatti barreeffataa akka jiranis maddeen keenya mootummaa keessaa odeeffannee jirra.
Tarkaanfiin tibba kana Ameerikaan fudhataa jirtu sirnicha baayyee waan rifaasiseef dabballota sadarkaa gara gadiis xalayaa aangoo gadhiisuu kan dhiyeessaa jiran yoo tahu hoogganaan kamiiyyuu ammatti hojiirraa bahuu akka jin dandeenye ajejni gadi darbeera.
 
Kanumaan walqabtee, mootummaan Biltsiginnaa diigamuun waan hin oolleef hayyoonni biyyattii walitti dhufuun kallattii gara fuulduraa akka kahan waamichi dhiyaataa jira.

የአሜሪካ ማዕቀብና ጠቅላይ ሚንስትሩ፣ UAE ኢትዮጵያን አላደራድርም፣ እስክንድር ነጋ ወደ ምርጫ፣ “ኬሚካል አልተጠቀምኩም” መንግስት፣ የአውሮፓ ህብረት| EF

Heavy War Broke out b/n OLA and Ethiopian Army, many Videos received