ONN: Oduu Breaking News (Oduu Amma nu gahe) . Waxabajjii 13/2018

ONN: Oduu Breaking News (Oduu Amma nu gahe) . Waxabajjii 13/2018

FXG Qeerroo Magaala SHAMBOO Boruu Itti muddii

Booruu ganama Qeerroon magaalaaSHAMBOO haroomsiOPDOn gochaa jiruufi uumaatni keenyi daangaa irratti dhumaa jiruu ha dhabaatu jechuuf hirirra nagaa waamee jira qileensa irraa olchi ammaa dafii Boruu hirirraa guddaatu magaala shaambuu ti adeesifamaa haroomsi OPDO sirri miti jechuuf….Itti muddii.


Dhugeefadhu!
#Breaking_News Sirna Gaggeessaa Gooticha Oromoo Jaal Roobsan Kan Kaleessa waraanaa Faashistii Wayyaanee uummata Oromoo hiraarsaa jirtu utuu haleeluu wareegame Goota ilma Oromiyaa Uummatni Oromoofi Qeerroon Dhaadannoofi Warraaqsa guddaan sirna gaggeessaa isaa raawwatan. Kanumaan walqabatee Warraaqsi itti fufinsaan Najjoofi Mandii Keessatti finiinaa jira. Dhaadannoolee dhageessifamanis kunooti.
1. ABO’n dhaaba dhugaa fi haqaa uummata Oromoof qabsaa’uudha.
2. WBO’n gaachana Uummata Oromooti.
3. ABO’n abbaa Biyyaati.
4. Qabsaa’aan yoo du’e qabsoon itti fufa
5. Hanga bilisummaan Oromoo fi Walabummaan Oromiyaa mirkanaa’utti qasoon keenya itti fufa.
6. Gumaa jaal Roobsan afaan qawween ni deeffanna kan jedhuu fi kkf dha.
Qabsa’aan ni kufa Qabsoon itti fufa!!
Garboomsaan ni kufa!!



FXG Qeerroo W/Lixaa #Najjoo Itti muddii

yeroo ammaa kanaa karaan bakka hundaati cucuffamee jiraa
Sabaabni isaas Ummaata keenya Mandii rakkoo kessaa jiruuf Birmaachuuf Jechaa
Yeroo ammaa Mormiin Cimaan Najjooti geggeffamaa jiraa.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.