ONN: Oduu Amma Nu-dhaqqabeen Oromonni Lama Magaalaa Hargeessaa 

ONN:Oduu Amma Nu-dhaqqabeen Oromonni Lama Magaalaa_Hargeessaa Keessatti Ajjefaman,Manguddonni Boramaa Lola Ilmaan Oromo Irratti Raawwatamaa jiru Balaaleffatan , Jiraattonni Oromo Magaalaa Jijjigaa, Magaalaa Wacaalee fi Magaalaa Qabribayyaah irraa godaansifaman Konkolaataa 37n akka Aanaa_Cinaaksanitti buufaman taasifaman.

[OBN 04 01 2010] Rifraandaamiin bara 1997 ALI raawwatame ture yeroon hojitti jijjiiramu dhabun rakkoo har’a kanaaf nu saaxilee jedhan Jiraattonni Aanaa Ciinaaksan.

Akka BBC Afaan Oromootti wanti dhaabbannuuf maali?
Gazexeessitoonni keenya akkanatti ibsan.