Oduu Ajaa’ibaa! WBOn zoonii Kibbaa Cibraa Soddoom Booroo marsaa 10ffaa eebbisee jira guyyaa har’a!!

Oduu Ajaa’ibaa! WBOn zoonii Kibbaa Cibraa Soddoom Booroo marsaa 10ffaa eebbisee jira guyyaa har’a!!

Utuu loltuu Ertiraa, RIB, Poolisi HA Amaaraa fi kan Oromiyaa itti duultee jirtu WBO zoonii Kibbaa Cibraa Soddoom Booroo marsaa 10ffaa eebbisee jira guyyaa har’a.
baga gammaddan 
Humna furgaatu qilleensa


Abiyiin yeroo hunda jechootaan fayyadamuun oromoo fi oromoo walitti buusuu barbaada duula nafiladhaaf #jimma deemee maqalee hangaa baaleetti maqaa dhahee nagaan hawwaaf jedhe garuu #Wallaggaa fi #Gujii maqaa hin dhoofne


ከጁንታ ጋር አልነጋገርም!
አቤት! 27 ዓመታት ሙሉ ጡታቸዉን ሲጠባ ኖሮ አልነጋገርም! ዉሸታም!
ሩሲያና አሜሪካም፣ ቭላድሚር ፑቲንና ጆ ባይዴንም ይነጋገራሉ
Disciplined