Oduu Addaa! PPn tajaajila INSA yookaan dhaabbata basaasa biyyoolessaa bifa Konfidireeshiniidhaan bulchinsa Ertiraa waliin walitti hidhuun Asmaraa gochuuf akka jirtu barame

Oduu Addaa❗
PPn tajaajila INSA yookaan dhaabbata basaasa biyyoolessaa bifa Konfidireeshiniidhaan bulchinsa Ertiraa waliin walitti hidhuun Asmaraa gochuuf akka jirtu barame.
 
Yeroo ammaa tikni Itoophiyaa harka basaastota Eertiraatti kufaa kan jiru Yammuu tahu, loltoota Eertiraa Tigraay keessatti argamaniif miindaan qarshii 10,000 hanga 20,000 kaffalamaa jiraachuun baramee jira. Miindaan loltuu Eertiraa tokkoo qarshii 110 kan ture yoo tahu, waraanni Eertiraa faayidaa kana argatee Tigraay keessaa bahuu hin barbaadu. RIB waliinis sakatta’insa WBOf gara Wallaggaa arfanii, Gujii fi Booranaatti bobba’uuf leenjiin kennamuuf jira. Leenjiin kun Bilaatteetti kan kennamuuf jiru yoo tahu, karoora,baayi’ina isaanii jala buunee kan gabaasnu taha.
Qeerroo Intelligence Group