Odu Ammee: “Yaa filannoo 2020!Bilxiginnaa Partiin hojjetaa walnyaachisaa jiraachuu quba qabduu?

Odu Ammee: “Yaa filannoo 2020!Bilxiginnaa Partiin hojjetaa walnyaachisaa jiraachuu quba qabduu?

#Inbox

“Yaa filannoo 2020!
“Barana arjoominni #Bilxiginnaa enuma ta’e:-
1.Hojjetoota Biirolee Oromiyaaf kondominiyamii finfinnee keessa laanna jedhanii hojjetaa walnyaachisaa jiraachuu quba qabduu?
2.Karaa ministeera nagaa (salam minister) hoji dhabdoota sertifikeeta,Dippiloomaa,digirii galmeessa hojii laannaafi jechuun Waajjira Bulchiinsaafi nageenyaaf darbee galmeessaa jiraachuu keessa beektuu?
3.Xaa’oo fi sanyii filatamaa bilisaan akka raabsaa jiran quba qabduu? Yaa icittii filannoo hagayyaa!
Waan hundaafuu arjoominni kun sinitti haa baru! Waan argattan bira hin darbinaa filannoo immoo waan gootan isinii beektuu.nagaan bulaa.”

Via: Tsegaye Ararssa

Falmii Abbummaa Magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa

Falmii Abbummaa Magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa
Bulchiisonni magaalaalee Finfinnee fi Dirre-dhawaa seeraa fi seenaadhaan, akkasumas, lafti isaanii qabeenyaa uummata Oromoo fi qaama Oromiyaa waan tahaniif, dhimmi magaalaalee lameenii hatattamaan Mana-maree Bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaatti dhihaatee murtii akka argatu, Addi Bilisummaa Oromoo torban dabre ibsa baaseen gaafatee jira.

voaafaanoromoo.

#ቆይታ_ከጃዋር_መሐመድ
– ዶክተር አብይ ከመንግስቱ ሀይለማሪያም መማር አለባቸው።

-አቶ ሀይለማሪያም ወንጀለኛ ናቸው።

-አሁን ስልጣን ላይ ያሉት ብዙዎቹ ወንጀለኞች ናቸው።

-ለውጡ የህዝብ ጥያቄዎች አልመለሰም።

-ህወሓትን ከብልጽግና ወጣ ብሎ የትግራይ ተወላጆችን ከፌዴራል ማባረር ወንጄል ነው።

-እኔ ከግብፅና ከኳታር ጋር ምንም ግንኙነት የለኝም።

-ሼህ ሁሴን ሞሐመድ አላሙዲን እንዲታሰሩ እኔ ግፊት አላደረግሁም።

-ኦህዴዶች ሸጦ አቀባዮች ናቸው።

-እንደ ሰዓረ ሊያደርጉኝ ነበር አላልሁም!

-አሁን በኦሮሚያም ክልል ለሚሞቱት፤ አካላቸው ለሚቆረጥእና ጥቃት ለሚደርስባቸው የሌላ ብሔር አባላት ሁሉ መታሰቢያ ሀውልት መቆም አለበት።
-እና ሌሎች…

በቅርብ ቀን ከአውሎ

ሰበር_ዜና!
————-
42ኛው የካራማራው ድል በመባል በመከበር ላይ ያለው ክብረ በአልን በማስመልከት በሚዲያዎች እየቀረቡ ያሉ ዘገባዎች የአዘጋገብ ክፍተቶች የተስተዋለበት ነው በሚል ቅራኔ ከ ወንድም ኢትዮጵያውያን ሱማሌ ወገኖች ዘንድ ቅራኔ አስነሳ። ቅራኔ አቅራቢዎች ቅራኔያቸውን ሲያቀርቡም የሚከተለውን በፌስቡክ ገፃቸው ላይ በመፃፍ አስነብበውናል።

‘ሰሞኑን በሀገሪቱ ሚዲያዎች አየቀረበ የሚገኘውና በ1977ቱ ኢትዮ ሶማሊያ ጦርነት ላይ ያተኮሩ ዘገባዎች 11ሚልዮን ኢትዮጵያዊ ሶማሌን ያላከበረ እጅግ የሶማሌ ክልልን ህዝብ ያገለለና ገፊ ዘገባዎች በመቅረብ ላይ ነው።’

ከዚህ በፊት ይህን እና ይህን መሰል ጉዳዮች ለ ብሮድካስት ባለስልጣናት ያቀረቡ እና የእርምት ክትትል ሊደረግበት እንደሚገባ የተስማሙ መሆናቸውን ገልፀው ፣ ብሮድካስት ባለስልጣኑ ይህን ባለማድረጉ ኮንነው ሳይሆን በመቅረቱ ሐገራዊ አንድነት ላይ የተጋረጠ አደጋ መሆኑን በመጠቆም ባስችቸኳይ የእርምት ክትትል ሊደረግበት እና ማስተካከያ እርምጃ ሊወሰድበት እንደሚገባ ገልፀዋል።