Odeessa: Yeroo ammaantana Mormii Cimaatu Magaala Finfinneetti gaggeeyfamaa jira. Hawwaasni Muslimaa Majlisa ofii dhaabbachuuf

Odeessa
Yeroo ammaantana Mormii Cimaatu Magaala Finfinneetti gaggeeyfamaa jira. Hawwaasni Muslimaa Majlisa ofii dhaabbachuuf
 
gaaffii isaanii karaa Nagaan bahee Sagalee ofii dhageessifachaa osoojiruu Waraanni Coloneel Abiyyi dhukaasa irratti banee jira. Ummanni Keenya Tokkummaa keessan Cimsaa gaaffii teessan akka biyyaatti gadi bahaa falmadhaa.
Abbaatu if kabachiisa!