Odeeffannoo keessa beektuu, Abiy Ahmad fi Alamuu Simeeti!!

Odeeffannoo keessa beektuu, Abiy Ahmad fi Alamuu Simeeti!!

Waggaa sadan darbe tokkummaa Oromoo diiguuf mastermind ta’anii warri hojjechaa turan Abiy Ahmad fi Alamuu Simeeti. Warri kaan ergamuu qofa. Jarri kun lamaan siyaasa Oromoo keessaa yoo baafaman paartiileen Oromoo hunduu waliigalu. Birhaanuu Juulaa fi Marroon waliin lolu. Shimallisii fi Jawaar waliin bulchu. Kun shakkii hin qabu. Kan nu rakkise jara kana lamaani.
Abiy Ahmad fi Alamuu Simeeti.
Via: Israel Soboka
 

Sudaan gammchuu Tigiraay ibsataa jirti ❤️💛
Tigiraay ollaa gaarii horatteetti.


30th June – “I don’t see the Tigrayans stopping their offensive. I don’t see #AbiyAhmed swallowing his pride and saying he made a terrible mistake.”
The #TPLF has rejected calls for a truce. What happens next?
@rosenthal_jon discusses with @richardquest

Oduu Wax 30,2021|| Abiy Ahmed RIB Tigraayi qabsoo Ummatatiin bahu amanu fi Record Albama Hacaaluu