Teams of paramedics of Kenya Red Cross has just landed at odda airstrip in moyale

Teams of paramedics of Kenya Red Cross has just landed at odda airstrip in moyale to ascertain the situations of refugees from oromia region.We thank our government n the non governmental organization for their swift response to the people who have been rendered homeless n now taking refuge in Kenya.

Via: Cash Earn


WarOnTPLF-BarataaTaasisaa Soorii Ifaa ergaa gaafa guyyaa 05/3/2018 yeroo gabannaa lagaa command post hidhame Finfinnee waajira Poolisii Gootaratti argamu keessatti darggoota 18 biroo waliin dararama jiru. Taasisaa Soorii Ifaa Barataa department Afaanii (Language) waggaa 2ffaa kollejjii barsiisota sabbaataati yoo ta’u kan dhalate Guddate Godina kibba lixa Shawaa Aanaa Daawoo ti. Mooradhuma barnoota keessaa qabame yakka tokko malee ijoolleen Oromoo 18 kan silaa dhimmi isaanii Oromiyaa keessatti ilaalamu finfinnee ti maatiin waliin fageenya irraa deddeebi’ee gaaffif dararama jira.

Dhábasá Wakjira Gemelal


#WarOnTPLF– On 9 March, 2018 The Oromo Advocacy Alliance organized a one day conference in collaboration with the Ethiopian Coalition Working Group on: Why US Policy Toward Ethiopia Matters Now?.
Thank you for organising such Conference!!


Hayluu Biqilaa (Hailu Bikila) kan halkan edaa Shaashamannetti ajjeefame isa kana. Dhaloonni Ambo. Maatiin dhufu malee reeffa hin kenninu jedhanii rakkisaa jiru jedhu.

Jawar Mohammed