OBN Mudde 11, 2012 – Qophii Anaadhufu-Obb.Dawud Ibsa

Above Single Post

OBN Mudde 11, 2012 – Qophii Anaadhufu-Obb.Dawud Ibsa

Breaking news
Shira kana Fashaleessa?
Gabaasni guutuu Oromiyaa irra nu dhuqqaba jiru akka addeessutti
Waajjirri Dhaaba ODP/PP waraqaa eenyumma Qeerroo akka hin baafanne ajaja dabarseera!
Murtiin kun kana dabare erga Jawar Mohammed waraqaa eenyummaa baafadha jadhee booda;
~ Hararghee, Arsii, Baalee , Boorana, Gujii Wallaggaatti akka hin baafamne dhoorkameera!
Qeerroo yeroo Bulchinsa Magaalaa deemanii waraqaa eenyumma gaafatan Waajjira dhaabaatu akka hin baafne ajaja nutti dabarsee nu dhoorke jadhanii deebisa Qeerroof deebisan
Faallaa kanaa hojjattoonni Miseensa ODP/PP waraqaa eenyumma kannama jiraaf!
#Sharegodhuun Shira Filannoo hatuuf hojjataa jiru kana Fashaleessa?

Shukuradin Jamal


 

Ethiopia: አስደሳች ዜና! መንግስት በቤት አከራዮች ላይ አዲስ ህግ ሊያወጣ ነው! የደሃው ጩኸት ተሰማ

Below Single Post