Obboleeysa Jaal Marroo Barsiisaa University Haramaayaa,Sisaay Dirribsaa Baga Nagayaan gara Oromiyaa Xiqqoo Dhufte! — in Minneapolis, Minnesota.

Obboleeobbysa Jaal #Marroo Barsiisaa University Haramaayaa,Sisaay Dirribsaa Baga Nagayaan gara Oromiyaa Xiqqoo Dhufte! — in Minneapolis, Minnesota.

ODM Simannaa obboleessa Jaal Marroo Barsiisaa Sisaay Dirribaa Lammeessaaf Oromiyaa Xiqqoo-MN keessatti taasifame!Sisaay bara darbe sababa Oromummaa isa fi obboleessi isa Marroon qabsoo hidhannootti sababa cicheef mana hidhaa Xoophiyaa keessatti rakkoo jabduu keessummeessatti nama ture fi barsiisaa Yuunivarsiitii Haramaayaadha!

Oromo Diaspora Media was live.


Sisay Diriba Lemessa, A Harvard Scholar! Welcome to USA!

Laali WBO!
When you empowered people, they are busy to empower others! Empowered peopole aren’t concerned about competing with anyone, they are busy empowering others.


Hojiin WBO kun hedduu nu boonse; diina ni waraana; lammii isaa immoo waa’ee bilisummaa barsiisa; ofii wareegamee sabichaa fi Oromiyaa dukkana keessaa baasuuf halkanii fi guyyaa ifaaja!
Oromoon baga WBO qabaate!! WBOn haa milkaa’u!