Site icon Kichuu

Obboleettiin keenya Seenaa Jamjimo CNN irratti dubbatte jirti, US Senate murtoo Visa restrictions fi economic sanctions akka sagalee tokkon dabarsniif shora guddaa nama xabatteedha.

Obboleettiin keenya Seenaa Jamjimo CNN irratti dubbatte jirti, US Senate murtoo Visa restrictions fi economic sanctions akka sagalee tokkon dabarsniif shora guddaa nama xabatteedha.

Har’a CNN irratti mootummaa USA rokkoo Tigiraay qofaa dubbachuu utuu hin taanee Oromiyaa rakkoo jabaa keessa akka jirtu, du’aa Amaanu’eels kaasste Ameerikaan callisuun ishee sirri akka hin taane itti himteetti, galatoom Seenaa

Exit mobile version