Obbo Lidatuu :Tigraay keessaa woraanni Isaayyaas akka bahu gochuu danda’uu qabna.

Obbo Lidatuu Ayyaloo: Tigraay keessaa woraanni Isaayyaas akka bahu gochuu danda’uu qabna.

Hanni, saamichi, ajjeechaan ukkaamsaan, dubartii gudeeduu fi buqqaatiin humni kun ummata keenya Tigraay irratti taasisaa jiru waan dhala namaaf hin mallee fi gocha gadoo irraa madde. Gochi kun hundi utoo ta’u afaan qabannee taa’uu fi wajji harka dhahuun weerartoota wajji akka seenaan nu yaadatu taasisuudha. Dandeenyu weerara kana irraa dhaabsisuu, yoo dadhabne ummatni Tigraay ኢትዮጵያዊ ta’uu dhabuu itti himuu danda’uu qabna. Kanaan alatti boru afaan kamiin isin Itoophiyawiidha jennee wal wajji jiraanna. Obbo Lidatuu Ayyaloo.
Walabuu Media


#ኦሮሙማ ቀጥታ ትርጉሙ #ኦሮሞነት ማለት ነው።ኦሮሙማ አሸባሪነት ነው ማለት ማለት 50+ሚሊዮን የኦሮሞ ህዝብ በሙሉ አሸባሪ ነው ማለት ነው።
ዛሬ ኦሮሞ መሆን አሸባሪነት ነው ያለው ቡድን ነገ ስልጣን ቢይዝ ጉራጌነት ትግራዋይነት ሲዳማነት ወላይታነት……በሙሉ አሸባሪ ናቸው ከማለት አይመለስምደ።
አብንና ባልድራስ የፈጠሩት ጥምረት የሽብርተኞች ጥምረት ነው። ብሄር ብሄረሰቦችን ለማሸበር የተፈጠሩ ድርጅቶች ናቸው። ብሄር ብሄረሰቦችን ለማሸበር በብሄር የተደራጁ ናቸው።