Obbo Lidatuu Ayyaalaw filannoo baranaa irraas ta’ee siyaasa kamiyyuu irraa walaba of baasuu beeksisanii jiru.

Obbo Lidatuu Ayyaalaw filannoo baranaa irraas ta’ee siyaasa kamiyyuu irraa walaba of baasuu beeksisanii jiru.

Obbo Lidatuun akka jedhanitti, siyaasni Biltsiginnaan tarkaanffachiisaa jirtu siyaasa diigaminsaa fi qabatama tokkollee hin qabne waan ta’eef oson ijaan arguu biyyi diigamuu irra dursee siyaasa keessaa of baasuun filadhe jechuun siyaasatti nagaya dhaammatanii jiru.

ሰበር፦ አቶ ልደቱ አያሌው ከፖለቲካው ተሰናበቱ፤ ለኢትዮ ፎረም የላኩት የስንብት ደብዳቤ| ETHIO FORUM


ለሆዳቸዉ ከበት የወጡ አምስተኛ ሬድፈኞች።


Miidiyaan kamiyyuu warra gantoota kaayyoo ABOtii fi jaallan isaanii ganan Araarsoo biqilaa fi garee isaanii Dhaaba keenya ABO bikka hinbu’an waantaheef maqaa ABOn akka hindubbisneefi aff gaaffiis hingoone ni akeekkachiifna jechuun Ittigaafatamaan sabqunnamtii ABO jaal

Battee Urgeessaa

Radioni BBC News A/Oromootti himeeti jira.

Dhaabni cunqurfamaa ABOn haalalisu


Sisay Ayele aka Leencoo Baatii warra wajjin qabsa’aa ture ganee warra obboleessa isaa ajjeesaan firoonfate aangoof jechaa.