Obbo. Lammaa Magarsaa gaafuma muddamu waa’ee ABO yaadata!!

Above Single Post

#Obbo. Lammaa Magarsaa gaafuma muddamu waa’ee #ABO yaadata. Kolonel Gammachuu Ayyaanaa hidhaatti kenniteetu asiimmoo afaan dammaan gororti. Mee akka xibaarashee kana dhaggeeffadhume. Gaaffiin hindeebine jettewoo waggaa 29 darban akkahindeebine kan godhe ishuma mataashee mitii? Ani diraamaa sarummaafi ilbiisummaa akkanaa kana dhaggeeffachuun nuffe.


 

Below Single Post