Obbo Abdii Raggaasaa Rakkoo Nageenyaatti Dhimma Hidhata Qabuuf Qabaman, Jedha Mootummaan

Obbo Abdii Raggaasaa Rakkoo Nageenyaatti Dhimma Hidhata Qabuuf Qabaman, Jedha Mootummaan

(Suuraa faayilii)

Mootumman Naanno Oromiyaa rakkoolee nageenyaa bakka garagaraatti uumamee tureen walqabatee miseensa Koree Hojii Raawwachiftuu ABO Obbo Abdii Raggasaa tohanaa jala oolchuu isaa beeksisee jira.

Addi Bilisumma Oromoo gama isaatiin sababaa Obbo Abdiin ittin hidhamanii fi bakka isaan itti hidhaman hanga ammatti kan hin beekne ta’uu beeksise. Gabaasaa guutuu caqasaa.


-Injifannoon Adwaa akkamiin yaadatama?

-ABOn marii Gaaddisa Hooggansa Oromoo irraa hafuu

-Shamarree hojjettuu biyya Sa’uudii maqaa jaalalaan maallaqa dhabde

Odeessaalee gaggabaaboo waliin.

Dhiyaadhaa!


HNN LIVE | Haala Yeroo Irratti marii Miseensa SH-GS-ABO kan ture Obbo Abbaa Caalaa Lataaa waliin godhame.Bitooteeysa 2,2020


Filmaata hatuufii qabsaahota oromoo FILMAATAAn duratti balleessuuf BILXIGINAAN oromoo gabroomsuuf erga murteeffattee,
FILMAANNII birootis ni jira. Keenya lolaan waaqa, Egypt akeekkachisaa dhumaa , dabarfattee jirti.


Dictator Abiy Tezeta’S Regime Kidnapped OLF Leaders Before Elections 3/ 2

ABO fi WBOn yaadaa fi qalbiin addaan cituu kan hindandeenye ta’uyyuu shira namittii fuuggisoon Jawaar jedhamtu OPDO waliin xaxxuun karaan addaan citanii jiru, ammammoo ABO kaayyoosaa waliin addaan kuttee dhabamsiisuuf hojjachaa jirti


OMN: KEESSUMMAA :- Turtii Mikael Boran waliin Kutaa 1ffaa (Bit 02, 2020)