“Nuti mootummaa kuffisuuf biyya hingalle, mootummaa gargaaruuf galle”

Above Single Post

“Nuti mootummaa kuffisuuf biyya hingalle, mootummaa gargaaruuf galle” Obbo Galaasaa Dilboo jedhe.

Deggaraa OPDO moo miseensa OPDO ta’an jenna? Erga mootummaa kuffisuu hinbarbaadan ta’ee maaliif paartii ijaaruree?

Abon Agartuu Ummata Oromooti

Below Single Post