Nuti arraas, borus Dhaabaa ABO / WBO

Lubbuu Teenya Keeninaf Malee Sababa Ayyaan laalatuudha jechaa Maqaa Dhaabaa Akka baduu hin barbaanu. Garuu yaroo amma keessaa jirru kanaatti ilmaan Oromoo Hundii dhaabaa tokkoo #Odaa tokko jalaatti Waliitti Qabamee Humna tokko tahe Diinaa keenya Hiddaan Buqqisuu Qabna. Yarooon ta dhaabaa dhaabaa janne wal qodnu miti. Amma yaroon ta bakka Humnii jiruttii waliitti dhufnee waal marii Goone Diinaa keenya Boolla Qotuu qabna malee waliitti Duullu yaa oromoo tiyyaa #Tokkumma #Tokkumma #Tokkummaa.