Nigusu Tamirat-Woyyaa ree- New Ethiopian Oromo Music 2020(Official Video)
”Wayyaaree yaa dachii jiraa wal awwaaluu
Wayyaaree yaa samii gubaa walii laaluu….
Iyyinee madoofnee boonyeetis gadoodnee
Madaa dawaa hin qabneedha, waraansi madoofne”
Nugusuu Taammiraat