New Tigray operation by TDF:-Military and Foreign Affairs Network

New Tigray operation by TDF

ዛሬም በወለጋ ዘር ተኮር ጭፍጨፋ || “አደጋው ላልታያችሁ ፤ ኢትዮጵያ በአስፈሪ ሁኔታ ውስጥ”


Sadula Oromo
ከ140 (አንድ መቶ አርባ) በላይ የወሎ ኦሮሞ ሳያስበው ሂወቱን ተነጥቋል 182 (አንድ መቶ ሰማንያ ሁለት) አርሶ አደር አካሉ ጎድሏል 40000 (አርባ ሺህ) የሚሆነው ደግሞ ተፈናቅሏል፡፡
ፅንፈኞች በዚህ አልቆሙም የእህል ጎተራዎችን እና የአገዳ ክምሮችን አቃጥለዋል ትምህርት ቤትም ከተቃጠሉት ነው እጅግ በጣም ያሳዝናል፡፡
Ajaahib Jimaa Tooboo

Diraamaa sobaa maqaa “ABO Shaneen ummata miidhe” jedhuun ummata Oromoo godinoota Wallaggaa irratti waraanni mootummaa Biltsiginnaa fi humnoonni Amaaraa lola labsaa jiran.
Gareen mootummaa Biltsiginnaa Oromiyaa ibsa sobaa ummanni nagaa “ajjeefame” jedhu beekaa karoora duula Poolisii Addaa Amaaraa kanaaf haala mijessuuuf afarsaa jiran.
Yaadadhaa,
 
-Armaan dura Amaara Tigraay irratti kakasuuf jecha Gullisootti ofumaa nama fixani.
-Tigraay keessatti ummata nagaa 53,000 fixan.
-Walloo Kamiseetti ofumaa Oromoo fixanii “Oneg shanee” jedhan.
Kunis, kan nutti agarsiisu dhumaatii ummata nagaa haga ammaatti Itoophiyaa keessatti raawwatame hunda duuba harki mootummaa Biltsiginnaa jiraachuu isaati.
Kanaafuu, ergaa kana #share #share goonee shira diinni ummata keenya irratti xaxaa jiru yaa saaxillu!

Oduu Amma Nugahe
Mootummaan Naannoo Oromiyaa humna Milishaa fi humna addaa Naannoo Amaaraa 2200 tahan kaleessa galgala konokolaattota TATA 30 caaluun godina Wallagga Lixaa galche.
Humni Amaaraa kun Oromiyaa irra Abbabaa Garasuu, Bahaardaar irraa, Abbaree Addaamuu fi federaala irraa Tamasgeen Xurunaa (Hooggana Tika Biltsiginnaa)tin kan qajeelfamuu dha.

 
OMN: Haala yeroo irratti gaz SBO fi qondaala ABO Waaqoo Noolee waliin