New Oromo Music Bilsigina Diina Kenyaa 2020 OFK Dhaba Kenya Walisa Abdi Fadis

New Oromo Music Bilsigina Diina Kenyaa 2020 OFK Dhaba Kenya Walisa Abdi Fadis

Etv Afaan Oromoo


Hawaasni Waan jaallatuu fi Wanta hawwu namaaf kenna” Hawaasa Oromoo Magaala Finfinnee Naannoo laaftootu Eebba Waajjira ABO irratti Suuraa hoogganoota WBO afran Coloneel Gammachuu Ayyaanaatiif kennan. Hawaasis galatoomaa baga kennitan”
Jaal Gammachuunis baga fudhatte, baga kana geesse, baga Gammadde.