Naqamtetti kan waraanni wayyaanee amma rukutte du’aaf jiraa gidduu jira. Dirmannaa barbaada!

Naqamtetti kan waraanni wayyaanee amma rukutte du’aaf jiraa gidduu jira. Dirmannaa barbaada!

OMN: ODUU SADAASA 5, 2018

“Naqamtee
Magaalaan Naqamtee dirre waraanaa taatee jirti sa’aati ammaa kana dhukaasa ergamtoonni mootummaa garbonfataa wayyaanee banteen namoonni sadii rukutamaniiru.isaan keessa tokko lubbun akka darbe himamaa jira.uummanni oromoo haa birmannuuf.”

Wayanen kufnan kuno OPDOn iti dabartee saba Oromo fixaa jirti yaa- Oromo caale jenee laalun injiruu ka’i falamadhu FXGn fixaan bahu qaba.

Kana boda caale jedhun injjiruu waan qabdanin kaa’i ti mirga keetif ergamttota wayanee of-irraa buqisii akka gottota saba jalduuti.

Adem Misoma

Lola OPDOn Uummata Magaalaa Naqaamtee irrati banteen mucaan naanno fincawa tokko lubbun darbee jira mee ilala umriin isi yoo xiqatee 17


NAQAMTEE :
Yeroo amma kana magaala Naqamtee keessatti polisii Oromiyaa,Koraa Bittineessa,Polisiin Federalaa ummataa karaa harkaa duwwaa sagalee dhaggeesiffacha jirurratti waraana banuun namoota baayyee rukkutaniruun


Naqamtetti kan waraanni wayyaanee amma rukutte du’aaf jiraa gidduu jira. Dirmannaa barbaada!

Beekan G Erena

OMN:Qeerrroo Baalee(SAD,5,2018)