ONN-Naqamtee Sirnaa Gaggeessa reeffa Barataa yuunversiitii Wallaggaa Dachaasaa Furgaasaa gara Bakka dhaloota isa.

ONN-Naqamtee: Sirnaa Gaggeessa reeffa Barataa yuunversiitii Wallaggaa Dachaasaa Furgaasaa gara Bakka dhaloota isa.

[Mudde 05 2018]
Dachaasaa Furgaasaa baraata ‘Mechanical engineering’ waggaa 4ffaa yoo ta’uu guuyya kaleessa (Mudde 4 2018) Badii tokko malee hiriira magaalaa Naqamtee keessatti geggeeffame irratti uutu nagaan moora keessaati hiriiyoota isa waliin yaada isa ibsaacha jiru rasaasa humna waraanaa mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ajjeefame. 

Dhalootaan Kibba Baha Oromiyaa magaalaa Asallaadha. Rasaasaan rukkutamee mana yaalaa geeffamus lubbuunsaa ooluu hin dandeenye.Yeroo ammaa Reeffi isaa gara maatii isati gefaamuf yeroo jeedhuti baraatoni fi hawwasi magaala Naqamtee bakka argaamaniti sirnii gaggeessa ta’eef jira.
Nagaan boqodhu lammiiko.
Boollasaa daadhiin haa guutu!


Magala Harar
East Hararge Kombolcha

Hiirira akkasii qondaala keessattu arguuf dhaga’uunkoo anaaf gammachuu guddaadha.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.