Naqamtee: Har’a Sadaasa 17,2019 Ayyaanni Irreechaa Naqamateetti kabajame.

#Naqamtee: Har’a Sadaasa 17,2019 Ayyaanni Irreechaa Naqamateetti kabajame.

Uummata Koomand Poostiin dararamaa jiru Gabrummaa jala taa’ee hardhas akkas jechaa Jira. Ilmaan Oromoo waliif jirra!