Namni maatii isaaf yaadu saba isaaf yaada.

Namni maatii isaaf yaadu saba isaaf yaada. Kan maatii isaa ajjeesu saba baraaruu hin danda’u. Lammaa Magarsaa galtuudha.

Qe’ee abbaa fi haadha isaa xiyyaaraan reebsisaa, obboleessa isaa guyyaa saafaa ajjeesisaa fi saamsisaa, RIB bobbaasee harmee fi obboleettii isaa reebsisaa fi gudeedchiisaa, eenyuufan dhaabadhe jedha? Eenyuunan bulcha jedha? Kan Abiyyi Ahmediin aangoo kanatti dabarsee Oromoo ajjeesisiisaa fi arrabsisiisaa jiru Lammaa Magarsaa ta’uun beekamuu qaba. Lammaa Magarsaa Oromoo irratti daba guddaa hojjete. Kan Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hiisisee gidirsaa jiru nama biraa miti isuma Lammaa Magarsaati malee. Waanti nama dhibummoo, aangoo isaaf jedhee qe’ee abbaa isaa Uudii dhiigaa godheellee Abiyyi Ahmed biratti galata dhabuu isaati. Pirezedaantummaa Oromiyaarraa kan fonqolcha mootummaa irratti raawwate Abiyyidha malee Shimallis miti. Ni bubbulti malee Abiyyi Ahmed,Lammaa Magarsaatiin aangoo kamirraayyuu arii’uun isaa hin oolu. Ammayyuu maqaaf malee Lammaan hidhaa keessa jira.

Faajjii Dhugaa


ODP በቀጣዩ ምርጫ ራሱን መታደግ ከፈለገ የፓርቲውን ሊቀመንበርነት ለኦቦ ለማ መገርሳ መልሶ ማስረከብ፣ ኢህአዴግም ቢሆን እንደ ግንባር መቀጠል ካለበት አስቸኳይ ድርጅታዊ የምክርቤት ስብሰባ በመጥራት ኦቦ ለማ መገርሳን በሊቀመንበርነት ቢሾም የተሻለ ይመስለኛል።

ዶ/ር ዐቢይ አህመድ ኢዜማን ወክለው ቢወዳደሩ….

ይህን ምስል ስመለከት እና አሁን ሶስቱም የት እንዳሉ ሲታወሰኝ፣ Team Lemma ሆን ተብሎ እንዲፈርስ የተደረገ ይመስለኛል።

Haweni Dhabessa


“ቤተሰቦቼ ኦሮሞ ናቸው ፣ ሚስቴ ደግሞ አማራ ነች።” እንዴት እንደሆነ ባላውቅም ይህ ንግግር አባትሽ ማነው ተብላ ተጠይቃ፣ አህያ ለማለት ከማፈርዋ የተነሳ “አጎቴ ፈረስ ነው”ብላ ከመለሰችው በቅሎ 🐐 ጋር ተመሳሰለብኝ።
.