Kun ajaa’iba. Namin yaada kana fide dhuguman tokkummaa Oromofi dhimmame

Kun ajaa’iba. Namin yaada kana fide dhuguman tokkummaa Oromofi dhimmame. Qophii akkasi Oromoota keenya kan Raayyaa gahu qaba!!


Kun ajaa’iba. Namin yaada kana fide dhuguman tokkummaa Oromofi dhimmame. Qophii akkasi Oromoota keenya kan Raayyaa gahu qaba!!

Ilmaan Oromoo Godinoota 22 irraa walitti qabaman Oromoota Walloo laaluuf yeroo dhaqanitti simannaa godhameef