Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kabajamoo ObboLammaa Magarsaa, Abbootti Gadaa, Foollee fi bakka bu’onni Kutaalee hawaasa naannoo Oromiyaa hariiroo hawaasa ummata Oromoo fi ummata Amhaaraa cimsuuf waltajjii marii guyyaa boruuf har’a wayita Magaalaa Baahir Daar gahan simannaa Qoondaltoota Mootummaa Naannoo Amhaaraa fi Ummata naannichaan taasifamee, Ajandaawwan irratti mari’ataman bor hordofnee isiniif dhiyeesina.

ESAT Daily News Amsterdam November 03,2017