Guyyaa Sa’aa 6:00 irraa eegalee Hidhattoonni Naannoo Beenishaangul Gumuuz qindoominaan Hawaasa Godina Wallagga

Guyyaa Sa’aa 6:00 irraa eegalee Hidhattoonni Naannoo Beenishaangul Gumuuz qindoominaan Hawaasa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Saasiggaa fi Gandoota oollaa naannoo daangaa tahan irratti lola bananiin manneen jireenyaa Ummata Oromoo guubuudhaan Qabeenyaa Ummataa Oromoo saamaa jiran.

Oromia News Network – ONN