Naannawaa daangaa Finfinnee fi Buraayyuutti hookkara uumame gidduutti namoonni lama ajjeefaman.

Naannawaa daangaa Finfinnee fi Buraayyuutti hookkara uumame gidduutti namoonni lama ajjeefaman. Kanneen madaa’anis jiru. Naannicha dhukaasni akka ture rippoortaroonni OMN bakkicha jiran gabaasaniiru.

Hooggansaa fi waraana Adda Bilisummaa Oromoo simachuuf uummanni magaalaa Buraayyuu fi naannawaa ishee akkasumas godinaalee lixa Oromiyaa irraa gara Finfinneetti imalaa ture Finfinnee akka hin seenne ittifamuu isaanii gabaasuun keenya ni yaadatama

Oromia Media Network

Handhuurri Oromiyaa Finfinnee jettuu,
Finfinneen takkattimaa tan biraa hin jirtuu

Handhuurri garaa bayee
Cinaachi lamaan yoom garaa taye? J/Art/Umar Suleeyman Waggoota 17 dura sirbee ture.

ባስቸኳይ ሊቆም ይገባል!!! የፌዴራል ፖሊስ ለነገው የኦነግ አቀባበል ላይ ለመሳተፍ በአስኮ በኩል እየገባ ያለው ቄሮ ላይ አስለቃሽ ጭስ እየተኮሰ ይገኛል::

Hundreds of thousands of peoples are coming to Addis Ababa to welcome leaders of OLF from every corner of Oromia, however federal police are trying to stop them from entering the city at various locations such as Asko.But such decisions can never be a solution to avoid violences rather it may leads to further crisis.
Firing tear gas on the people cannot be a solution from the past exoeriance