Adoolessa 09, 2018 -Breaking News: Jaal Daawud Ibsaa fi Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed yeroo gabaabduuf

Adoolessa 09, 2018 -Breaking News: Jaal Daawud Ibsaa fi Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed yeroo gabaabduuf magaalaa Asmaraatti wal arganii jiru.
============================
Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Hoogganootni ol’aanoon Dhaabichaa kanneen biroo guyyaa har’aa (Adoolessa 09, 2018) biyya Ertiraa magaalaa Asmaraatti Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed wajjin yeroo gabaabduuf wal arganii jiru.

Wal-argii gabaabaan kun haala fuula dura ABO fi Mootummaa Itoophiyaa gidduutti haasaan/negotiation jalqabamuu itti danda’u irratti kan wal dubbatame dha.

Akkanaanis Jilli qaamotni lamaan bakka buufatan yeroo gabaabaa booda wal arganii haasaan/negotiation jalqabamuu akka malu oduun Waajjira Hayyu-Duree ABO irraa bahe mirkaneessee jira.


ሰበር ዜና/Breaking News: SBO/VOL, 7/9/2018
================
ሓምሌ 09 ቀን 2018ዓም) የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ሊቀ-መንበር ኣቶ ዳውድ ኢብሳና ሌሎች የድርጅቱ ከፍተኛ ኣመራሮች፡ ዛሬ (ሓምሌ 9 ቀን 2018ዓም) በኤርትራ ኣስመራ ከተማ ከኢትዮጵያ ጠቅላይ ሚኒስትር ዶር. ኣብይ ኣህመድ ጋር ለኣጭር ጊዜ ተገናኝተዋል።

ይህ ኣጭር ቆይታም ለወደፊቱ በኦነግና በኢትዮጵያ መንግስት መካከል ድርድር/Negotiation መጀመር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ ያተኮረ ነው።

በዚህም መሰረት ሁለቱም ኣካላት የወከሏቸው ልዑካን ቡድኖች ከኣጭር ጊዜ በኋላ ተገናኝተው ድርድር/Negotiation ሊጀመር እንደሚችል ከኦነግ ሊቀ-መንበር ጽ/ቤት የወጣ ዜና ኣረጋግጧል።

Oromia News Network – ONN

1 Comment

  1. The OLF leaders should think deep.They made big mistake and our people suffered. They run out leaving over40000 army in barrack then prison.
    Now it is ignorance to repeat the same.

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.