Motummaan wayyaanee karaa humna ittisa biyaa jedhamuun dhiiga ilaam oromoo qulqulluu dhnagalaasuu

ODUU ONN :11 02 2018 Motummaan wayyaanee karaa humna ittisa biyaa jedhamuun dhiiga ilaam oromoo qulqulluu dhnagalaasuu amaleeffattee ammas itti fufee jira. Mormii guutummaa Oromiyaa keessatti karaa Qeerroo bilisummaa Oromootiin waamame ilaalchisee mootummaan wayyanee soda cimaa horachuun dursee bakkawwan garaagaraatti humna agaazii bobbaassuun ummata daraaru eegale

QOPHII HUBANNAA Feb 11 2018 :- G f D Luba Dr Bantii Ujuluu Teessoo Waliin. Itoophiyummaa fi Ummata Kush, Waaqeffannaa fi Amantii Kiristaanaa irratti Gaafii fi Deebii Luba/Dr. Bantii Ujuluu Teessoo Waliin ለእውነት እንቁም : ፍትህን እንከተል: ሃቅን መሸፈን የለብንም ውሸት ውሸት መሆኑን መናገር ሙቻል አለብን መንግሥት የዜጎችን መብት ሲደፍር: ሠላማዊ ሰዎችን ሲገድል ቤተክርስቲያን በዝምታ ማየት የለባትም