Motummaan arraban qabsoo karaa nagaa jecha qabsa’oota hiidhuti fufe.

Motummaan arraban qabsoo karaa nagaa jecha qabsa’oota hiidhuti fufe.

Erga hiidhaan jiratee maalsatu qabsoo karaa nagaati? Jaal Kayyoo Fufaa har’aa magaalaa Ambooti human tiika OPDOn qabame jira. Shiftaan eenyuu Oromoo? Isa waggaa 28 guutuu ilmaa kee hiidhafi ajeessa turedha. Shiftaan OPDOdha.


AMBOO YUUNIVSRSIITII

Yeroo ammaa kana ijoolleen Oromoo dararaa guddaatu poolisoota Federaalaan irra gahaa jira hanga amma namoota shan kan ta’an irra miidhaa cimasn qaqqabeeera namoota hospitaala riferaalaa Keessa jiran illee suuraa kaasuu dhorkaa jiru namni suuraa isaa argitan kun isaan keessaa tokkodha Qannoo Tasfaayee jedhama barataa muummee Baayoloojii waggaa 2ffaati yeroo amma gara hospitaala guddichatti barreedsaniif miilli cabeeraa iddoo heeddu madaa’eeras.