Motummaa Naannoo Somalee Abdii Illeen akka hujii gadi dhiisuuf Dr Abiy Ahmadiin ajaja dabarseera.

Motummaa Naannoo Somalee Abdii Illeen akka hujii gadi dhiisuuf Dr Abiy Ahmadiin ajaja dabarseera.
==============================

1-Aaddee So’aad Ahmed Faarah naannichatti itti aantuu abdi illee
2-Obbo Mahamuud Dariir Embassdara Ethiopia Egypt kan ture 
3-Obbo Aadam Farah kantiibaa Magaalaa Dirree Dhawaa kan ture.
4-Obbo Abdulkariim Huseen ykn Qalbii dhagaa hogganaa ONLF keeysa tokko kan tahe (dhiheenyatti mana ma’akalaawii irraa gad dhiifame)

Isaan armaan olitti maqaa dhawaman kanneen keeysa nama tokkotu bakka Abdi Illee bu’uuf jiraata ja’ametii eggamaa jira.

Abdi Illeen Aangoo nageyaan gad dhiisuu dabalatee hidhannoo waraana Liyuu Polisii akka hiikkachiisuu fi gutuu hidhamtoota Siyaasaa naannoo Somaalee Ethiopia keeysatti argaman hunda akka gad dhiisu fi mana hidhaa guddicha magaalaa Jijjigaa keeysatti argamuu akka cufullee Dr Abiy Ahmed irraa ajajni itti kennamee jiraachuu burqaan Oduu alsomal.net ja’amu gabaaseeti jira.

Akkauma yaadatamuu Abdi Illeen hidhamtootaa Siyaasaa nama 150 kanneen mana hidhaa magaalaa Jijjigaa keeysa turan irraa nama 118 gad dhiisuudhaan mana hidhaa sanillee Masjiidatti kan jijjiruuf jiraatu tahuu dubbachuun isaa ni yaadatama.

Abdi Illeen milishaa Liyuu Polis ja’amtu seeraan alaa ijaaruudhaan Ummata Oromoo irratti ajjeechaa jumlaa fi lafa isaanii irraa buqqisaa jiraachuuni beekkama.

ክብርት ዳንኛዋ ፌስ-ቡክ ላቭ ቀርባ ለአብዲ ኢሌይ ተቀናቃኞች ስድብና ዛቻ የተሞላበት መልዕክት አስተላልፋለች።

አጃኢብ!


ALEET: Federal police stops an ongoing meeting of Somali elders and intellectuals in Finfinne. Whats going?

Jawar Mohammed

Oboleesa Kenyaa kan hardha guya Somalia magala hargesati ilman isa sadi 3 mana kesatii jala gubatef jajabina hakenuf rabbiin jenan video Kun abbaa ijoletii hala kan keessaa jira