ONN:Qophii Yaada Ummataa keeysatti Araaraa ABO fi Motummaa Ithiopiyaa laalchisee Aartistoonni Oromoo Maal Ja’an? Hagayyaa 13-2018

ONN LIVEHiriirrii deeggarsaa waliigaltee ABO fi Motummaa Ethiophia gidduutti taasisame magaala SHAAMBOOtti haala kanaan deemaa jira

“WBO’n Gaachana Uummata Oromooti!” Leeqaa Naqamtee keessatti wal ga’uun uummatni deggarsa Araara ABO fi Mootummaa gidduutti ta’aa jiruu waan gaarii ta’uu ibsatanii, WBO’n hatattamaan humna uummata Oromoo tiksu akka ta’utti mariin akka goolabamu gaafatan!

ONN: Hagayya 13,2018-Naqamtee
=========================
“WBO’n Gaachana Uummata Oromooti!” Leeqaa Naqamtee keessatti wal ga’uun uummatni deggarsa Araara ABO fi Mootummaa gidduutti ta’aa jiruu waan gaarii ta’uu ibsatanii, WBO’n hatattamaan humna uummata Oromoo tiksu akka ta’utti mariin akka goolabamu gaafatan!

“WBO’n Gaachana Uummata Oromooti!”

“WBO’n Gaachana Uummata Oromooti!” Leeqaa Naqamtee keessatti wal ga’uun uummatni deggarsa Araara ABO fi Mootummaa gidduutti ta’aa jiruu waan gaarii ta’uu ibsatanii, WBO’n hatattamaan humna uummata Oromoo tiksu akka ta’utti mariin akka goolabamu gaafatan!

ONN:Qophii Yaada Ummataa keeysatti Araaraa ABO fi Motummaa Ithiopiyaa laalchisee Aartistoonni Oromoo Maal Ja’an? Hagayyaa 13/2018