“Morrmii qeerroo magaalaa duukam guyyaa har’aa “

“Morrmii qeerroo magaalaa duukam.guyyaa har’aa “

“Magaalaa Duukamitti hojjattoonni Industrial zone kan qabeenyummaan isaa Chaayinoota fi Tigroota ta’e keessa hojjettan guyyaa har’aa iddoo ummata keenya qubachiisuf hojjetamaa jiru maallaqa walitti bubbuusuun dhaqanii daawwataniru.akkasumas ajjeechaa ummata isaani irra gahaa jiru gaddaan yaadataniiru.”