Mormiin Qeerroo akkuma itti fufen jira Irreecha hora finfinnee irraatti!

Above Single Post

Mormiin Qeerroo akkuma itti fufen jira Irreecha hora finfinnee irraatti!


Yaa Jaal Marrookooo
Hooo Yaa Marrookoo itti muddi Qeerroo.



ABO koo Warii ABO maqaa xureessitu vidiyoon kun qorichaa liqimsaa


Mormii Qeerroo bilisummaa oromoo
#Irreecha_Hora_Finfinnee irraatti
“Duuti Wallaggaaf Gujii
du’a Oromoo maraati”
sagaleen Qeerroo akkaas jedhan

Jaal.#Marroo fi Jaal.#Gollichi Finfinnee oolaniiru!!! Eessatti nam’an erbeen kaleessa moofaa Abiy uffatanii miila haphisaa turan ?


#Yetaabbaatu. Tigiree Afaan Oromoo dubbattu qabate leenci. To’atamteetti. Balleessuu dhaqxeetun fayyaatti qabamtee amma wannoo gadi jijjigsaa jirti. Oromoo faana Waaqayyotu njira🤛Beekan G Erena

Below Single Post