Mootummaan Somali Land ilmaan Oromoo baqatanii biyyattii keessa jiran

Mootummaan Somali Land ilmaan Oromoo baqatanii biyyattii keessa jiran qabee biyyatti deebisaa jira.

Baqattoonni Oromoo biyya san jiran addunyaatti nuu iyyaa maaloo jechaa jiru. Mee haa iyyaafannu.