Mootummaan Saaudi lammiilee alaa seeraan ala biyya san jiraatan gara

Mootummaan Saaudi lammiilee alaa seeraan ala biyya san jiraatan gara irraa dhufanitti deebusuuf duulatti jira

1 Comment

  1. Jarri nama ofiitiif birmachuu isaanii nutti himtan. Nama ofiitif birmachuunn hedduu gaariidha. Nuti ammoo waliif birmachaa jirraa moo harka marannee teenyee nama kaan komachaa jirra? Hawaasi keenya biyya sana jirus marii godhe nama ofii gargaaruu qaba.

Comments are closed.