Mootummaan faashistii itoopiyaa kan garee Impaayera durii deebisuuf abju’ataniin

Mootummaan faashistii itoopiyaa kan garee Impaayera durii deebisuuf abju’ataniin hogganamuu

guyyoota as deeman kana Dhiha biyyatti keessatti maqaa sakatta’iinsa jedhuun iddoo hedduu haleeluuf ijjibaata dhumaa gochuuf akka jiru odeefannoon gamasii nu qaqqabe agarsiisaa.
Kanaaf Gurmuun kun ijjibbaata keessa waan jiruu fi badee balleessuuf waan yaaluuf umanni keenya of eegannoon socho’a.
 
#Hubachiisa:waraanni bilisummaa oromoo humna qabu fayyadamee dub deebii humnoota diinaa irratti waan kennuuf umanni ammas iddoo kamittuu akka of eeggatuun jedha.
Ariitiin share waliif godhaa!!!
Via: Adem Misoma